Oguma Hub

Oguma Hub – Barnoota, Fayyaa fi Carraa Hojii Addunyaa Guutuu Irraa!

Waa'ee Keenya

Oguma Hub– gorsa akkaata ogummaan qo’achuu irratti, mala ofiin of barsiisuu ammayyaa irratti, fi barnoota fayyaa fi fayyaa hawaasaa karaa salphaa fi namni kamuu hubachuu danda’uun kan isiniif dhiyeessudha. Odeeffannon asitti dhiyaatan qorannoo fi saayinsiin kan deeggaramanii fi hayyuuwwaniin , haala jireenya uummata oromoo, aadaa isaa fi afaan isaa waliin kan walsimatan.

 Akkasumas carrawaan barnoota biyya alaa(scholarship)  fi carraa hojii guutuu addunya irra jiran dargaggootaaf ni qoodna, isa sanas akka argataniif ni leenjifna. Qabiyyeen keenya Afaan Ingilizii, Amaariffaa, fi Afaan Afan Afaan Oromootiin ni argama.

Ramaddiiwwan

Qabiyyee qulqullina qabuun baradhuu guddadhu.

Gorsa, dhugaa, fi hubannoo fayyaa.

Hojii addunyaa, scholarship, fi gorsa guddinaa.